ODUU/NEWS SADAASA 26/2025
Poolisiin bu’aa qorannoo reenfaa du’a Qananii irratti mana murtiif dhiheesse.OFM:Sadaasa.26/2025-Du’a shamarree Qananii Addunyaatiin wal qabatee shakkamuun too’annoo jala kan jiru kaadhimaan isii weellisaa Andua’aalam Gosaa torbee lamaan dura mana murtiitti…
ODUU/NEWS SADAASA 26/2025
Dhaabbata Mootummoota GamtoomaniittiDhaabbanni Ittisa Dhibee HIV/AIDS qarqaarsi maallaqaa akka isa feesisu hime.OFM:Sadaasa.26/2025-Dhaabbanni Ittisa Dhibee HIV/AIDS ‘UNAIDS’ Ameerikaan deeggarsa maallaqaa hin taasistu taanaan Addunyaarra Waggaa afran dhufan keessatti namoonni Miiliyoona 6.3…
SPORT/NEWS
Mitch Haniger, a veteran outfielder, has been released by the Seattle Mariners due to lingering left shoulder soreness during spring training. Haniger, 34, was in his second stint with the…
ODUU/NEWS Sadaasa22/2025
UNICEF Daa’imman Itiyoophiyaa fi Naayijeeriyaa miliyoona tokkoo ol hanqina nyaataaf saaxilamuu ibse.OFM:Sadaasa.22/2025- Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Dhaabbanni Daa’immanii (UNICEF) Itiyoophiyaa fi Naayijeeriyaa keessatti daa’imman umuriin isaanii waggaa shanii gadi ta’e miiliyoona…
ODUU/NEWS
Waggaa lamaa booda waraanni Suudaan masaraa mootummaa deeffate.OFM:Sadaasa.21/2025-Waraanni Suudaan masaraa mootummaa magaalaa Kaartum jiru gartuu humna addaa (RSF) irraa deeffachuu ajajoonni waraanaa himan.Viidiyoofi suuraawwan miidiyaa hawaasummaa gubbaa qoodamaniifi BBC’n mirkaneesse…
ODUU/NEWS Sadaasa 20/2025
MM Dr Abiyyi Ahmad Bulchiinsi Yeroo Tigraay hanga filannoo dhufuutti akka turuu fi jijjiiramni hoggansaa jiraachuu akka malu dubbatan OFM:Sadaasa.20/2025-Walgahii idilee Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa har’a gaggeeffame irratti argamuun…
ODUU/NEWS Sadaasa 20/2025
WBO dhimma Imaltoota 56 butamanii isatu bute jedhu qorataa akka jiruu fi bu’aa isaa ifa akka godhus ibse. OFM:Sadaasa.20/2025-Waraanni Bilisummaa Oromoo imaltoota Finfinnee ka’anii gara Dabra Maarqoositti imalaa turan Godina…