ODUU/NEWS

Manni Murtii Waliigalaa himanni lamaan Obbo Taayyee Danda’aa irraa bilisa jedhaman akka itti fufu ajaje. OFM:Waxabajjii.02/2025-Obbo Taayyee Danda’aa waggaa tokkoon dura aangoo Deetaa Ministira Nagaa irraa erga kaafamaniin booda mana…

ODUU/NEWS

Naayijeeriyaatti lakkoofsi namoota balaa lolaa roobaa muudateen lubbuun darban 700tti akka siqan himame. OFM:Waxabajjii.02/2025- Rooba cimaa Kamisa darbe Naayijeeriyaa, magaalaa Mookaawaatti roobee lolaa hamaa uumeen, baay’inni namoota du’anii 200 ol…

ODUU/NEWS

Mount Etna, Europe’s largest and most active volcano, erupted in Sicily, spewing a towering column of gas and ash into the sky. Footage shared online showed tourists scrambling down the…

ODUU/NEWS

On Saturday afternoon in Boulder, Colorado, 45-year-old Mohamed Sabry Soliman was arrested and charged in connection with what the FBI has described as a targeted terror attack. The incident took…

ODUU/NEWS

Ibiddi bosonaa Kaanaadaatti muudate. OFM:Waxabajjii.01/2025-Kaanaadaa bulchiinsa Manitoobaa keessatti ibiddi bosonaa saffisaan babal’ataa jira. Hojjettoonni baraarsaa xiyyaara waraanaa fi helikooptaroota fayyadamuun jiraattota naannoo sanaa baasuutti jiru. Dhiha Kaanaadaa bulchiinsa Saskatchewan fi…

ODUU/NEWS

Burukiinaa Faasoo fi Chaayinaan waliigalteerra gahan. OFM:Caamsaa.31/2025-Burukiinaa Faasoo fi Chaayinaan yakka ittisuu fi jijjiirama dijitaalaa guddisuuf kaameeraa hordoffii 900 guutuu biyyattiitti bobbaasuuf waliigalaniiru, kunis qaama jalqabbii “Smart Burukina” nageenna hawaasaa…

ODUU/NEWS

Kaaba Gaazaatti Hospitaalli dhumaa argamu cufame. OFM:Caamsaa.31/2025-Hospitaalli dhumaa kaaba Gaazaa akka cufamu Israa’eliin ajajni kan itti kenname ta’uu daayreektarri hospitaalichaa beeysisaniiru. Tajaajillii Fayyaa isa dhumaa kaaba Gaazaa keessatti argamu erga…

ODUU/NEWS

Ameerikaan yoo Raashiyaan dhukaasa dhaabuuf walii galuu baatte marii keessaa akka of baaftu beeysifte. OFM:Caamsaa.31/2025-US Raashiyaan dhukaasa dhaabuuf walii galuu yoo hin fudhanne, marii keessaa akka of baaftu beeysifteetti. Ameerikaan…

ODUU/NEWS

Naayijeeriyaa keessatti balaa roobaa muudateen lubbuun namoota 88 darbe. OFM:Caamsaa.30/2025-Jiddugaleessa Naayijeeriyaa kutaa Naayijeer naannoo Mokwaatti Roobni cimaa roobee, lolaa uumameen lubbuun namoota 88 darbeera. Akka gabaasa ‘Sputnik Africa’tti balaa kanaan…