ODUU/NEWS
Itiyoophiyaan riifoormii dinagdee maayikiroo cimsuuf Baankii Addunyaa deeggarsa gaafatte. OFM:Amajjii.28/2026.Itiyoophiyaan fooyya’iinsa diinagdeehojiirra oolfachuuf gargaarsa maallaqaafi teeknikaa Baankii Addunyaa gaafachuu Ministeerri Maallaqaa ibse. Ministirri maallaqaa Itiyoophiyaa, hoogganaa baankii Addunyaa waankayi Zihang,…
ODUU/NEWS AMAJJII 24/2024
Daandiiwwan qilleensaa sababa waldhabdee Iraanii fi Israa’eliin balalii haqan. OFM:Amajjii.24/2026.Dhiphinni ji’oopoolitikaa cimaa ta’e jidduutti, daandiiwwan qilleensaa idil-addunyaa of eeggannoof jecha balalii sagantaa qabame addaan kutaniiru. Xiyyaarri Faransaay (Air France) Guyyoota…
ODUU/NEWS AMAJJII 24/2026
Aanga’aan ol’aanaa Ameerikaa “nageennaafi tasgabbii naannoo” irratti MM Abiyyi Ahmad waliin mari’achuufi. USA’tti Baradaan seena qabeessa jedhame balalii 8,000 ol haqe. Peentaagoon ‘Nageenna keessoo malee Chaayinaan kana booda nuuf yaaddoo…
OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 22/2026
Hiriirri dhaadannoo “Pireezidaanti Tiraamp harka keessan Itiyoophiyaa fi Afrikaa irraa kaasaa” jedhu gaggeeffamuufi. Pireezidaant Tiraamp “Tarbaayinoonni qilleensaa kasaaraa dha;Chaayinaan gowwoota bitaa jirti” jedhan. Waraanni Suudaan daa’imman miliyoona 8 barnoota irraa…
OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 22/2026
Hiriirri dhaadannoo “Pireezidaanti Tiraamp harka keessan Itiyoophiyaa fi Afrikaa irraa kaasaa” jedhu gaggeeffamuufi. OFM:Amajjii.22/2026.Lammiileen Itiyoophiyaa Afrikaa Kibbaa haasawa Pireezidaanti Tiraamp irratti addabaabayii Neelsan Maandeellaatti hiriira mormii taasisuuf akka jiran himame.…
OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 21/2026
Itiyoophiyaan Deebii Balaaf yeroo qilleensaa Mobaayilaa fi Daataa irratti gibira %5 baafte. ONLF fi dhaabbileen sadi gamtaa ‘hiree murteeffannaa uummata Sumaalee’ jedhamu uuman. Ameerikaan “Boordii Nagaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Bakka…
OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 21/2026
Barreessaa Ol’aanaa UN USA’n seerota idil-addunyaatii ol akka taateetti of ilaalti’jedhe. OFM:Amajjii.21/2026.Barreessaa Ol’aanaa UN Antooniyoo Gutaarez, Ameerikaan gaafatamummaa malee socho’aa jirti, seerota idil-addunyaatii ol akka ta’etti of ilaalti jedhan. Gutaarez…
OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 20/2026
Ispeen balaa baaburaan namoonni heddu jalaa du’uu hordofee gadda guyyaa sadii labsite. OFM:Amajjii.20/2026.Balaa baaburaa muudateen yoo xiqqaate namoonni 40 du’uu hordofee Ispeen guyyaan gaddaa sadi labsite. Ministiirri Muummee Ispeen Peediroo…
