ODUU/NEWS
OFM:Sadaasa.06/2025-Wal-harkaa fuudhiinsa Baallii Gadaa Booranaa 72ssoo sababeeffachuun agarsiisni Aadaa gaggeeffame. Gadaan Booranaa maqi baasii Fullaasa irraa gara Mardiidaatti Baallii Gadoomaa kennu isaa sababeeffachuun agarsiisni aadaa Aanaa Areeroo Goorootti taasifamee jira.…
ODUU/NEWS
OFM:Guraandhala.27/2025-Naannawa daangaa Itiyoophiyaa fi Keeniyaatti waldhadee muudateen namoonni ajjeefamuu hordofee nagaa buusuuf mariin taasifame. Daangaalee Itiyoophiyaa fi Keeniyaan waldaangeessan, naannoo Kibba Itiyoophiyaa aanaa Daassanach fi kaaba Keeniyaa Turkaanaa keessatti waldhabdee…
