ODUU/NEWS

Kirkirri Lafaa rektar iskeelii 6.2tti galmaa’e Istaanbulitti muudate. OFM:Kirkirri Lafaa rektar iskeelii 6 tuqaa 2tti galmaa’e Tarkiyyee Istaanbulitti har’a muudateera. Kirkira Lafaa har’a waaree booda muudateen jiraattonni Istaanbulii fi naannawa…

ODUU/NEWS

Ministirri Dhimma Alaa Yunaayitid Isteets Ruubiyoon daawwannaa Finfinnee karoorfame haqan. OFM:Muddee.22/2025-Ministirri Dhimma Alaa Yunaayitid Isteets Maarkoo Ruubiyoon daawwannaa Finfinnee fi Naayiroobiif karoorfatan haquun isaanii gabaafame. Kunis kan ta’e pireezidaantiin Keeniyaa…

ODUU/NEWS

Yaaliin fonqolcha Hoggansa Kaapiteen Ibraahim Traoreen Burukina Faasoo irratti godhame fashalaa’e. OFM:Muddee.22/2025-Ministirri Nageennaa biyyattii Mahaammadu Sanaan yaaliin fonqolcha mootummaa miseensonni waraanaa hedduu hirmaachise jechuun beeysisaniiru. Ministirri kun itti dabaluudhaan, tajaajilli…

ISPORT NEWS

Arsenaal warra Bukaayoo Saakaa barbaadan akeekkachiise. OFM:Muddee.22/2025-Arsenaal Bukaayoo Saakaan tapha deebii Beernaboo irratti galchii erga lakkoofsisee booda Riyaala Maadirid urjiin taphaticha milqsuuf yaada akka qaban midiyaaleen Ispeen gabaasaa jiru. Taphaatan…

ODUU/NEWS

BRICS sirna kaffaltii doolaara Ameerikaa bakka buusuuf qophaa’aa akka jiru gabaafame. OFM:Muddee.22/2025-Biyyoonni miseensa BRICS dhiheenna kana ol’aantummaa doolaarri Ameerikaa daldala idil-addunyaa keessatti qabu mormuuf sirna kaffaltii haaraa jalqabuuf qophaa’uu isaanii…

ODUU/NEWS

Lammiilee biyya Alaa sanada jireennaa seera qabeessa Ijabuutii hin qabneef yeroon deebii hin dheeranne jedhe Imbaasiin Itiyoophiyaa. OFM:Muddee.21/2025-Lammiileen biyya alaa sanada jireennaa seera qabeessa Jibuutii hin qabneef yeroon deebii kan…

ODUU/NEWS

Biyyoonni marii daldalaa US waliin taasisan irratti Chaayinaan akeekkachiisa kennite. OFM:Muddee.21/2025-Chaayinaan taarifa Doonaald Tiraamp hordofuun marii daldalaa US waliin taasifamu irratti biyyoonni Ameerikaa gammachiisuuf akka hin yaalle akeekkachiifteetti. Dubbi himaan…

ODUU/NEWS

Poop Firaansiis Lubbuun darban. OFM:Muddee.21/2025-Hangafti Phaaphaasii Mana Amantaa Kiristaanaa Kaatoolikii Roomaa Poop Firaansiis addunyaa kanarraa du’aan darbaniiru. Poop Firaansiis umrii isaanii waggaa 88ffaa isaanitti addunyaa kanarraa boqochuu Vaatikaan beeysiifte. Dhibee…