ODUU/NEWS
Masrii Itiyoophiyaa waliin Waldhabdee hin barbaadu jette. OFM:Muddee.21/2025.Pireezidaantiin Masrii Abdul Fattaah Al-Sisiin akka jedhanitti, Masriin Itiyoophiyaa waliin hidha Haaromsaa ilaalchisee waliigaltee seeraa dirqisiisuu irratti “rakkina biraa hin qabdu.” Pireezidaantichi kana…
OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 18/2025
Gosti haaraan Homo erectus jedhamu, gosa Homo erectus isa kanaan dura beekamu irraa adda ta’e, naannoo Affaaritti argame. OFM:Muddee.17/2025.Qorannoo Arkiyooloojii Goonaa, eyyama Abbaa Taayitaa Eegumsa Hambaalee Itiyoophiyaatiin qorannoo gaggeessuun gosa…
OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 15/2025
Namni hidhattoota Awustiraaliyaatti namoota ajjeesan keessaa tokkorraa qawwee butuun leellifamaa jiru badhaafame. OFM:Muddee.15/2025.Ahmad al Ahmad gootummaa agarsiiseen maallaqni deeggarsaa walitti qabamaafi jiru dolaara kuma dhibbaan lakkaawama. Kanneen deeggarsa maallaqaa kennan…
OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 15/2025
Mootiin gonfoo Sa’udii Baarseloonaa fudhachuufi jedhame. OFM:Muddee.15/2025.Mootiin gonfoo Sa’uudii Arabiyaa Mohaammad Bin Salmaan Al Sa’uud kilabii kubbaa miilaa Ispeen FC Baarseloonaa fudhachuuf yaadaa akka jiran ibsamaa jira. The Guardian gabaasa…
OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 14/2025
Pireezidaantiin Turkiyaa Recep Tayyip Erdogaan Galaanni Gurraachi weerara kamirraayyuu bilisa akka ta’u gaafatan. OFM:Muddee.14/2025.Waldhabdeen Galaana Gurraacha keessatti uumamu naannicha tasgabbii kan dhabsiisu yoo ta’u, Raashiyaas ta’e Yukireen faayidaa kan hin…
OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 14/2025
Dhukaasa Yunivarsiitii US keessatti banameen namoonni lama ajjeefamuun, hedduun madaa’an. OFM:Muddee.14/2025.Ameerikaa, Yunivarsiitii Birawon keessatti dhukaasa hidhataan tokko baneen barattoonni lama ajjeefamanii, namootni biroon sagal madaa’an. Bulchiinsa odola Rood keessatti dhukaasni…
