ODUU/NEWS

Taayilaanditti olguddattuun qawwee pilaastikaa meeshaa taphaa fayyadamuun jaldeessa ofirraa ittistu ijoo dubbii ta’e. OFM:Gurraandhala.08/2026.BiyyaTaayilaandi bulchiinsa Lopburi keessatti Daa’imni durbaa tokko jaldeessota kumaatamaan lakkaa’aman irra deddeebi’anii jiraattota rakkisuu fi nyaata hataniin…

ODUU/NEWS GURAANDHALA 06/2026

Qondaalli ol’aanaa basaasaa Raashiyaa Moskootti rasaasaan rukutamee, hospitaala seene! OFM:Gurraandhala.06/2026.Magaalaa guddoo Raashiyaa Moskootti qondaalli waraanaa sadarkaa ol’aanaa qabu Letenaal Jeneraal Vladimir Alekseev rasaasaan rukutame. Itti aanaan itti gaafatamaa dhaabbata basaasa…