Month: August 2025

ODUU/NEWS

Armenia and Azerbaijan signed a historic peace agreement at the White House, brokered by President Donald Trump, aimed at ending nearly four decades of conflict over the Nagorno-Karabakh region. The…

ODUU/NEWS

Godaantonni Lammileen Itiyoophiyaa Torba Galaana Yaman irratti Beelaa fi dheebuudhaan du’an. OFM:Hagayya 07/2025-Somaaliyaa’rraa gara Yaman kan imalaa turan godaantonni lammiileen Itiyoophiyaa torba beelaa fi dheebuutiin du’uu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Jaarmayaan…

ODUU/NEWS

Humni waraanaa Suudaan xiyyaara UAE meeshaa waraanaa feetee deemaa turte barbadeessuu hime. OFM:Hagayya.07/2025-Humni waraanaa Suudaan xiyyaara UAE meeshaa waraanaa fe’uun Kolombiyaa irraa Kibba Lixa Daarfur buute barbadeessuu himeera. Miidiyaan mootummaa…

ODUU/NEWS

President Donald Trump announced a sweeping 100% tariff on computer chips and semiconductors, a move likely to raise prices on electronics, vehicles, and household goods. However, he emphasized that companies…

ODUU/NEWS

Faransaayiin sababa jijjiirama qilleensaatiin ibiddi bosonaa qabate babal’ataa jira. OFM:Hagayya.06/2025-Faransaay Kibbaatti sababa jijjiirama qilleensaatiin ibiddi bosona muudachuun ibsameera. Ibiddi bosonaa kun hanga ammaatti lafa hektaara kuma 11 ol kan gubee…

ODUU/NEWS

OFM:ODUU HAARAWA:Hagayya.06/2025 •••••••••••••••••••••• Ministiroonni Gaanaa lama namoota biraa jaha waliin balaa hilikoptaraatiin du’an. Ministiroonni raayyaa ittisaa fi naannoo Gaanaa balaa hilikoptara waraanaa naannoo Ashaantiitti muudateen namoota biroo jaha waliin lubbuun…

ODUU/NEWS

Netaaniyaahuun Gaazaa guutummaatti humnaan qabachuuf yaada dhiyeessuufi jedhe miidiyaan biyyattii. OFM:Hagayya.05/2025-Ministirri Mummee Israa’el Beenjaamiin Netaaniyaahuun yeroo kaabinee nageennaa waliin wal-gahu Gaazaa guutummaatti humnaan qabachuuf yaada dhiyeessuuf jira jechuun miidiyaan Israa’el…

ODUU/NEWS

Lagni Awaash Iluu fi Sabbata Awaas Keessa Dambali’ee Namoota Kuma Shanii Ol buqqisuun, midhaan hektaara 2400 ol mancaase. OFM:Hagayya.05/2025-Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaalee Iluu fi Sabbata Awaasitti Lagni Awaash guutee…

ODUU/NEWS

Bidiruun namoota 150 feete imalaa turte qarqara daangaa Yeman galaana Araboota keessatti liqinfamuun namoonni 54 lubbuun isaan battalummatti darbe. Imaltoonni Bidiruu sanirra jiran hedduun Afrikaanota yoo ta’an sana keessaa baay’een…

ODUU/NEWS

Raashiyaan talaallii kaansarii argachuu isii ifoomsite! OFM:Hagayya.04/2025-Talaalliin kaansarii Raashiyaa keessatti hojjetamee fi dhukkubsattoota kaansariif kennamu Adoolessa bara 2025 kan oomishamu yoo ta’u, fayyadamtootaaf bilisaan akka dhiyaatu The Economic Times gabaaseera.…