Month: September 2025

ODUU/NEWS

Dureen Sooriyaa ammaa pireezidaantion duraanii Asaad Sooriyaa diige jedhan. OFM:Fulbaana.24/2025-Pireezidaantii Sooriyaa Ahmad al-Shaaraa kora UN irratti wayita haasaa taasisan biyyisaanii barbadaa’uu isiif nama isaan dura pireezidaantii biyyattii turan Bashaar al-Asaad…

ODUU/NEWS FULBAANA 2025

Irreessi hariiroo hawaas-dinagdee fi siyaasaa cimsuu keessatti gahee jabaa qaba jedhan hayyuun Yunivarsiitii Arsii Muhaammad Namoo Daandiin Oromiyaa fi Beenishaangul-Gumuuz walqunnamsiisu cufamuun rakkoo hammeesse! Namichi Filooridaatti Tiraampiin ajjeesuuf yaale yakkamaadha…

OFM;ODUU FULBAANA 24/2025

Imbaasiin Ameerikaa Lammiilee isii Seera Immigireeshinii Itiyoophiyaa kabajuus akka qaban yaadachiise. OFM:Fulbaana.24/2025-Imbaasii U.S. kan magaalaa Finfinneetti argamutti ambassadara kan ta’an Erviin Masingaa lammiileen Ameerikaa kan Itiyoophiyaa keessa jiraatan ykn daawwannaaf…

ODUU/NEWS FULBANA 23/2025

Ayyaanonni jijjiirraa baraa saboota Kafichoofi Hadiyyaa kabajame. OFM:Fulbaana.23/2025-Ayyaanonni jijjiirraa baraa saba Kafichoo Maashqaaroo fi kan Hadiyyaa Yaahoodeen kabajamee oole. Ayyaanni jijjiirraa baraa Saba Kafichoo Mashiqaaroon bakka hoggantoonni olaanoon mootummaa federaalaafi…

ODUU/NEWS FULBAANA 21/2025

Irreessi UNESCO’tti galmaa’uuf adeemsarra akka jiru himame. OFM:Fulbaana.21/2025-Ayyaanni Galateeffannaa, Tokkummaafi Araaraa ta’e Irreessi UNESCO’tti galmaa’uuf adeemsarra jira jedhan Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobanaa Holaa. Ayaanni Irreessaa kun Magaalaa Finfinnee keessatti hanga…

ODUU/NEWS

Naannawa Manneen jireennaa waliinii Mikiiliilaanditti sigiga lafaa muudateen namoonni 150 mana keesaa baafamuun gabaafame. OFM:Fulbaana.18/2025-Magaalaa Finfinnee naannoo Manneen Jireennaa Waliinii Mikiiliilaandi jedhamutti sababa sigiga lafaa muudateen namoonni 150 qa’ee isaanni…

ODUU/NEWS

Haleellaa US, Pensalveeniyaatti muudateen poolisoonni ajjeefaman. OFM:Fulbaana.18/2025-Haleellaan lubbuu poolisoota sadii galaafatee fi lama akkaan madeesse kun wayita qaamoleen nageennaa qorannoo fi sakatta’iinsa gaggeessaa turanitti raawwate jedhan aanga’oonni. Komishinarri Poolisii Bulchiinsa…

ARDAA IPOORTII

Maanchester Yunaayitid Taphaan milkii dhabus galii rikardii ta’e argate! OFM:Fulbaana.18/2025-Maanchestar Yunaayitid taphaan mikii erga dhabee bubbuluus bara darbe galii rikardii kilabichaa ta’e paawundii miiliyeena 666.5 galmeesse. Bara darbe Pirimerliigii Ingiliziin…