Month: December 2025

ODUU/NEWS

Masrii Itiyoophiyaa waliin Waldhabdee hin barbaadu jette. OFM:Muddee.21/2025.Pireezidaantiin Masrii Abdul Fattaah Al-Sisiin akka jedhanitti, Masriin Itiyoophiyaa waliin hidha Haaromsaa ilaalchisee waliigaltee seeraa dirqisiisuu irratti “rakkina biraa hin qabdu.” Pireezidaantichi kana…

ODUU/NEWS

Hoggantootni dhaabbilee 7 hoggansa cimaa kennaniin badhaafaman. ‎ OFM:Muddee.21/2025.‎Dhaabbatni Badhaasa Giraand Afrikaa hoggantoota dhaabbilee invastimantii 7, hoggansa cimaa isaan kennaniif badhaaseera. ‎ Sirni Badhaasaa “Giraand Afrikaa” 20ffaan Yaadannoo Injifannoo Adawaatti…

ODUU/NEWS

Iraan addunyaa irratti biyya boba’aa gatii gadi aanaan itti gurguramu tahuun ibsame. OFM:Muddee.19/2025.Yeroo ammaa kana Iraan gatiin boba’aa liitira tokkoof doolaara 0.03(tilmaamaan birrii 3 fi saantima 90) qofa kaffalchiisuudhaan biyya…

ODUU/NEWS

Abbaan Alangaafi waayillan isaa mattahaa qarshii kuma dhibba shan osoo fudhatanii to’ataman. OFM:Muddee.19/2025.Ministeera Haqaatti ramaddii dhimma Abbaa Alangaarra kan hojjataa turanii fi namootni isaaf tumsaa turan abbaa dhimmaa takko irraa…

OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 15/2025

Namni hidhattoota Awustiraaliyaatti namoota ajjeesan keessaa tokkorraa qawwee butuun leellifamaa jiru badhaafame. OFM:Muddee.15/2025.Ahmad al Ahmad gootummaa agarsiiseen maallaqni deeggarsaa walitti qabamaafi jiru dolaara kuma dhibbaan lakkaawama. Kanneen deeggarsa maallaqaa kennan…