Author: Abdella Gemmedu

ODUU/NEWS

Afrikaan Kibbaa Lammiilee Filisxeem ‘iccitiin’ gara biyyattii geeffaman akka qorattu ibsite. OFM:SADAASA.15/2025-Pireezidaantiin Afrikaa Kibbaa Siriil Raamaafoosaa dhimmi xayyaara ‘icciitiin’ lammiilee Filisxeem 153 Gaazaa irraa Afrikaa Kibbaatti buuse ni qoratama jedhan…

ODUU/NEWS

Masriin buufata doonii haaraa, jiddugala loojistikii Jibuutii keessatti ijaaruufi. OFM:SADAASA-10/2025-Masriin Jiddugala daldala idil-addunyaa guddittii Itiyoophiyaa kan taate Jibuutii keessatti invastimantii guddaa akka gootu beeysiftee jirti. Kunis kan ta’e Masriin buufata…

ODUU/NEWS

Huutiin Seelii Qaama Odeeffannoo Ameerikaa, Israa’elii fi Sa’udii ta’an booji’eera jedhe. OFM:SADAASA-09/2025-mootummaa Huutii jala jiru Ministeerri Biyya Keessaa kaleessa hojii nageennaa addaa gaggeessuu fi seeliin toora basaasaa qabamuun to’atamuu xummuramuu…

ODUU/NEWS

Bidiruun dhidhimuu hordofee lubbuu namootaa baraaruuf tattaaffiin godhamaa jira. OFM:SADAASA-09/2025-Naannawaa daangaa Maaleezyiyaa fi Taayilaanditti Bidiruun dhidhimuu hordofee lubbuu namootaa baraaruuf tattaaffiin taasifamaa jiraachuu gabaafame. Namoonni 300 ta’an Bidiruu guddaa tokkoon…