ADVERTISEMENT
Seattle/King County Clinic is back April 23-26, 2026, and will provide FREE dental, vision, and medical services to anyone who struggles to access and/or afford care on a first-come, first-served…
Seattle/King County Clinic is back April 23-26, 2026, and will provide FREE dental, vision, and medical services to anyone who struggles to access and/or afford care on a first-come, first-served…
Dhaabbanni Basaasa Jiddugaleessaa Ameerikaa (CIA) fi hoggantoonni biyyattii mootummaan Iraan akka eegametti kufaa hin jiru jedhan! OFM:Bitootessa.13/2026.Dhaabbanni Baasaasa Ameerikaa (CIA)fi hoggantoonni biyyattii akka jedhanitti Muutummaan Iraan akka yaadame kufaa hin…
Baarak Obaamaan, Doonaald Tiraamp addunyaa gara dirree waraanaatti jijjiiraa jiru jedhan! OFM:Bitootessa.11/2026.Pireezidaantiin Ameerikaa duraanii Baaraak Obaamaa waldhabdee waraana Iraan waliin walqabatee uumamee fi imaammata bulchiinsa Doonaald Tiraamp ilaalchisee yaada kennuun…
Defense Department officials recently told senators that the first six days of the war in Iran cost over $11.3 billion. However, some lawmakers, like Senator Chris Coons, believe the real…
The U.S. and Israel launched Operation Epic Fury, a major wave of airstrikes across Iran targeting military leadership, missile sites, and nuclear‑related facilities. President Trump said early reports suggested Iran’s…
Waldhabdee Iraanii fi Ameerikaa hordofee gatiin boba’aa akka malee dabale. OFM:Gurraandhala.25/2026.Sababaa waldhabdee Iraani fi Ameerikaatin gatiin boba’aa baati torba darbe keessatti haala ta’ee hin beekneen sadarkaa sadarkaa ol’aanaa irra ga’eera.…
Abbaan taayitaa miidiyaalee Itiyoophiyaa hayyamaa Addis standard haqe. OFM:Gurraandhala.24/2026.Abbaan taayitaa miidiyaalee Itiyoophiyaa waraqaa hayyamaa websaayitii Addis standard ALI Guraandhala 17/2018 haquu ibsa baaseen ibse. Abbaan taayitichaa “Addis standard gabaasawwan naamusa…
Ameerikaatti Obomboleettii cimaan cabbii makate muudachuu hordofee balalliiwwan kumni 5 ol haqaman. OFM:Gurraandhala.24/2026.Qarqara Galaanaa Baha Ameerikaatti Obomboleettii cimaan Cabbii makate muudachuu hordofee balalliiwwan kumni 5 ol haqamaniiru. Kunis lammiilee miiliyoonaan…
Veenzuweelaa keessatti hidhamtoonni 5,000 ol dhiifama haaraa jalatti bilisa bahaa jiru. OFM:Gurraandhala.23/2026.Veenzuweelaa keessatti namoonni sababa siyaasaatiin hidhaman 1,500 ol dhiifama haaraa jalatti akka gadhiifaman iyyataniiru, kanneen dhibbaan lakkaa’aman ammoo kanaan…
The Mexican army killed Nemesio “El Mencho” Oseguera Cervantes, the leader of the Jalisco New Generation Cartel (CJNG), during an operation in Jalisco on Sunday. Oseguera Cervantes, long considered Mexico’s…