ODUU 2/24/26
Abbaan taayitaa miidiyaalee Itiyoophiyaa hayyamaa Addis standard haqe. OFM:Gurraandhala.24/2026.Abbaan taayitaa miidiyaalee Itiyoophiyaa waraqaa hayyamaa websaayitii Addis standard ALI Guraandhala 17/2018 haquu ibsa baaseen ibse. Abbaan taayitichaa “Addis standard gabaasawwan naamusa…
