Author: Abdella Gemmedu

ODUU/NEWS

Dhaabbanni TikTok hanga Roobii dhufuutti namni bitu yoo hin argamne ykn waliigalteerra hin gahamne US keessatti cufamuuf jedha. OFM:Fulbaana.15/2025-Dhaabbanni abbummaansaa kan abbootii qabeennaa ta’e TikTok US keessatti namni bitu itti…

ODUU/NEWS

MM UK alaabaa keenna hokkoraaf dabarsinee hin kenninu jedhan. OFM:Fulbaana.15/2025-Ministirri Muummee Yunaayitid Kingidam Sar Kiir Istaarmar, Biriiteen alaabaa isii kanneen mallattoo hokkoora, sodaa fi garaagarummaa gochuun fayyadamuu barbaadaniif dabarsite hin…

ODUU/NEWS

Qotee bulaan tokko waggaa 16 seera baratee dhaabbata mootummaa mana murtii irratti injifate. OFM:Fulbaana.15/2025-Qonnaan bulaan Chaayinaa Waang Enlin jedhamu waggoota 16f seera barachuun himata dhaabbata keemikaalaa mootummaa faalama naannootiin irratti…

ODUU 9/13

Bu’aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa boru ifooma. OFM:Fulbaana.13/2025-Bu’aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 boru ifooma. Qabxicha ilaalchisee boru waaree booda sa’aatii 10:00: eegalee ibsi kan kennamu ta’uu…

ODUU 9/13

Balaa Tiraafikaa Gujiitti muudateen namootni sadii du’an, 35 miidhaan irra gahe. OFM:Fulbaana.13/2025-Godina Gujii seensa magaalaa Adoolaa Waayyuutti ganama har’aa Balaa konkolaataa muudateen lubbuun namoota sadii battalumatti yoo darbu, namoota 35…

ODUU 9/13

Huutiin “Kaayyoon keenna Israa’el keessatti galma ga’eera” jedhe. OFM:Fulbaana.14/2025-Gareen Hidhattoota Huutii Yaman bakka waraana Israa’el irratti xiyyeeffachuun haleellaa gaggeessuu beeysisaniiru. Dubbi himaan waraana Huutii Yahya Saaree Duula lama keessatti ejjennoowwan…

ARDAA ISPOORTII

Kilabni Nuno Espiito hojiirraa gaggeessuun Enje Poschekoguluu muude Nootiingihaam, gara Emireets imaluun har’a Arsenaal waliin falmata. OFM:Fulbaana.13/2025-Piriimiyer liigiin Ingiland torbee 4ffaa taphoota intarnaashinaalaa booddee har’a yoo eegalu taphni Arsenaal dirree…

ODUU/NEWS FULBAANA 12/2025

Bulchiinsi Tirampi ajaja labsii US Kaaba Itiyoophiyaarratti bara bulchiinsa Baayidan baaste akkuma jirutti akka itti fufu murteesse OFM:Fulbaana.12/2025-Bulchiinsi Pireezdaantii Doonaaldi Tirampi ajaja labsii Yuunaayitid Isteetis rakkoo nageennaa Kaaba Itiyoophiyaa ilaaluun…

ODUU/NEWS FULBAANA

Bulchaan Yuutaah Shakkamaa arganneerra jedhe. OFM:Fulbaana.12/2025-Ibsi qondaltoonni Biiroo Qorannoo Federaalaa (FBI) gaazexeessitootaaf kennan irratti, bulchaan Yuutaah Ispensar Kooks akkas jedha: “shakkamaa arganneerra.” Miseensi maatii Taayilar Roobinsan tokko hiriyyaa maatii isaa…

ODUU/NEWS

UK’tti Ambaasaaddarrii Ameeerikaa aangoorraa kaafame. OFM:Fulbaana.11/2025-Yunaayitid Kingidamitti Ambaasaaddarri Ameeerikaa Piitar Maandelsan aangoorraa kan ari’aman hariiroo namticha ijoollee waliin saal-qunnamtii raawwachuun balleessaan iitti muramee Jeefirii Ippistaayin waliin qabuun walqabata jedhan. Ministirri…