OFM;ARDAA ISPOORTII MUDDEE 07/02025
Mohaammad Saalaan Liivarpuul keessatti akkan hin simatamne natti dhagahama jedhe. OFM:Muddee07/2025.Mohaammad Saalaa Piriimiyerliigii Ingiliiz keessatti tapha sadaffaa walitti aansuun teessoo jijjiirraa irratti argamuusaatiin akka mufate dubbateera. Sagantaa liigii torbee 15ffaa…
