Author: Abdella Gemmedu

ODUU/NEWS

In a wide-ranging interview with NBC News on Saturday, President Donald Trump addressed several key issues. Regarding the recent Signal group chat incident, where military strike plans were accidentally shared…

ODUU/NEWS

Miyaanmaaritti Kirkirri lafaa hamaan. Muudachuun fageenna dheeraa rratti Baankookitti miidhaa dhaqqabsiise. OFM:Sadaasa.28/2025-Jaarmiyaan qorannoo dachee US Geological Survey jedhamu kirkiri lafaan hamaan Miyaanmaaritti muudate kun magniitiyuudii 7.7 ta’uu mirkaneesseera. Iddoon balaan…

ODUU/NEWS SADAASA 28/2025

Donaald Tiraamp Sagantaa ifxaaraa qopheessuun hawaasa Muslimaa galateeffatan. OFM:Sadaasa.28/2025-Pireezidaantiin US Doonaald Tiraamp Waayit Haawusitti sagantaa ifxaaraa qopheessaniiru. Sagantaa kanarratti Muslimoota akka filannoo 2024 Donaald Tiraamp injifataniif sagalee ta’aniif guddisanii galateeffatan.…

ODUU/NEWS SADAASA 28/2025

Miyaanmaaritti Kirkirri lafaa hamaan muudachuun fageenna dheeraa rratti Baankookitti miidhaa dhaqqabsiise. OFM:Sadaasa.28/2025-Jaarmiyaan qorannoo dachee US Geological Survey jedhamu kirkiri lafaan hamaan Miyaanmaaritti muudate kun magniitiyuudii 7.7 ta’uu mirkaneesseera. Iddoon balaan…

ODUU/NEWS

Thunderstorms that swept across western Washington on Wednesday left several areas dealing with power outages and disruptions. Early Thursday, Seattle City Light reported 211 customers without power, while Puget Sound…

ODUU/NEWS Sadaasa 27/2025

Addi Bilisa baasaa Ummata Tigraay Mootummaan federaalaa waliigaltee Piriitooriyaa cabsaa jira jechuun himate.OFM:Sadaasa.27/2025-Gareen TPLF Dr. Dabratsiyoon Gabramikaa’el dursan, mootummaan federaalaa dhimma bulchiinsa yeroo irratti kophaa murtee dabarsuun waliigaltee Piriitooriyaa faallessaa…

ODUU/NEWS

Maagaalaa Kaartuum guutummaan to’achuu isaa Humni Waraanaa Suudaan labse. OFM:Sadaasa.27/2027-Humni Waraanaa Suudaan magaalaa guddoo biyyattii Kaartuum guutummaan to’achuu beeysise. Ajajaan Humna Waraanaa Suudaan Jeneraal Abdul Fattaah Al-Burhaan buufata xayyaaraa kaleessa…