ADVERTISEMENT
Seattle/King County Clinic is back April 23-26, 2026, and will provide FREE dental, vision, and medical services to anyone who struggles to access and/or afford care on a first-come, first-served…
Your blog category
Seattle/King County Clinic is back April 23-26, 2026, and will provide FREE dental, vision, and medical services to anyone who struggles to access and/or afford care on a first-come, first-served…
Barattoonni Yuunivarsiitii “Waggaa tokkoof akka barsiisan” karoora dhiyaate irratti mariin taasifamuufi. Niiw Yoorkitti jiddigalli kuusaa Qinxaaboo bilisaan raabsu jalqabaa baname! Haleellaa Israa’el Gaazaa irratti banteen namoonni 11 ajjeefaman. “Waraanni Tiraampiif…
Gamtaa Mootummootaatti Koreen mirga daayimmanii Itiyoophiyaa keessatti miidhaa daa’imman irratti raawwatamaa jiru irratti yaaddoo qabaachuu ibse. Faransaay Afrikaa akka mooraa duubaa isiitti kan ilaaltu yoo ta’u, Raashiyaan ammoo filannoowwan nageennaa…
Raashiyaan uggura Ameerikaan irra keesse hordofee imala viizaa irraa bilisa biyyoota Afrikaa gara 15tti guddisuufi. OFM:Amajjii.14/2026.Raashiyaan uggura Ameerikan biyyoota Afrikaa irra keesse hordofee imala viizaa irraa bilisa ta’e biyyoota Afrikaa…
Humnaan qabsoon godhamu Ameerikaa fi Deenmaark jidduutti hammaataa dhufe. OFM:Amajjii.14/2026.Gaaffiin Ameerikaan Giriinlaandiin naannoo mataa isii akka taasiftu haaromtee jirtu hoggantoota Deenmaarkii fi Giriinlaandii biratti mormii cimaa uumuun waldhabdee waraanaa Arkitik…
Giddugalli Tursiisaa Yeroo Qilinxoo Shakkamtootaan garmalee guutame. Godina Lixa Oomootti lammileen Turkii daawwannaarra turan lamaafi shufeerri tokko hidhattootaan ajjeefaman. Ameerikaan biyyoota Iraan waliin daldalan irra taarifa %25 keesse. Kibba baha…
Galii daldalaan addunyaa kurnan keessaa tokko kan ta’e Carrefour Group gabaa Itiyoophiyaa seene. Roodrigeez pireezidaantii ta’uun kakuu raawwatte, Maaduroon mana murtiitti qulqulluu ta’uu himan. Kirkirri lafaa cimaan humna reekter iskeelii…
Happy New Years!! Officially the end of 2025 Oromia Freedom Media wants to thank you all for the support we’ve received this year as we continue to the next. Oromia…
Hojjettoonni warshaalee huccuu mindaa gadi aanaa malees sarbama mirgaa isaan muudatuun saaxilamoodha jedhame. Kuusni Boba’aa Uumamaa Wallootti argame Qisaas-amaa turuun himame Pireezidaanti Zelensky Waliigaltee Nageennaa Ameerikaan Deeggaramu Mallatteessuuf Qophaa’aa miti…
Ministeerri nageennaa biyya keessaa Kristy Noam Bulchiinsa Minesootaarratti himannaa cimaa dhiyeessan. FM:Muddee.05/2025.Walgahii Kaabinee Pireezidaantii Doonaald Tiraampiin durfamu irratti, Ministirri Nageenna Biyya keessaa Kristy Noam himannaa cimaa bulchiinsa Minnesota irratti dhiyeessan.…