Galii daldalaan addunyaa kurnan keessaa tokko kan ta’e Carrefour Group gabaa Itiyoophiyaa seene. Roodrigeez pireezidaantii ta’uun kakuu raawwatte, Maaduroon mana murtiitti qulqulluu ta’uu himan. Kirkirri lafaa cimaan humna reekter iskeelii 6.2 qabu dhiha Jaappaan muudate. Pireezidaantiin Turkii Xaayib Erdoogaan, gita isaanii kan Gamtaa Arabaa Eemireetotaa waliin rakkoo Gaazaa, Somaaliyaafi Yaman irratti bilbilaan mari’atan.https://youtu.be/-8s7XRqNXU8?si=YIUvh33H3bvvQjVf
