Category: Blog

Your blog category

OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 05/2025

Ministeerri nageennaa biyya keessaa Kristy Noam Bulchiinsa Minesootaarratti himannaa cimaa dhiyeessan. FM:Muddee.05/2025.Walgahii Kaabinee Pireezidaantii Doonaald Tiraampiin durfamu irratti, Ministirri Nageenna Biyya keessaa Kristy Noam himannaa cimaa bulchiinsa Minnesota irratti dhiyeessan.…

OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 05/2025

Pireezidaanti Donaald Tiraampi badhaasa nageennaa FIFA injifatan. OFM:Muddee.05/2025.Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi badhaasa nageennaa Waldaa Kubbaa Miilaa Addunyaa injifataniiru. Sagantaa carraa baasuu Waancaa Addunyaa 2026 har’a Ameerikaa Waashingitan DCtti gaggeeffamerratti Pireezidaanti…

OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 01/2025

Tiraamp hogganaa Veenzuweelaa Maaduroo waliin dubbachuu mirkaneessanii; Karaakaas US haleellaa shira xaxaa jirti jechuun himatte. OFM:Muddee.01/2025.Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp dhiheenna kana Pireezidaantii Veenzuweelaa Niikoolaas Maaduroo waliin bilbilaan haasa’uu isaanii dilbata…

ODUU/NEWS

Kiim Joong Un Yeroo kaluutti naannoo galaanaa to’anna jedhan. OFM:Onkoloolessa.09/2025-Hogganaan Kooriyaa Kaabaa Kiim Joong Un humnoota galaanaa naannichaa keessaa isa sodaachisaa ta’e tokko ijaaruun balaa US fi “diina” naannoo isii…