Category: ARDAA ISPOORTII

ARDAA ISPOORTII

Kilabni Nuno Espiito hojiirraa gaggeessuun Enje Poschekoguluu muude Nootiingihaam, gara Emireets imaluun har’a Arsenaal waliin falmata. OFM:Fulbaana.13/2025-Piriimiyer liigiin Ingiland torbee 4ffaa taphoota intarnaashinaalaa booddee har’a yoo eegalu taphni Arsenaal dirree…

ISPORT NEWS

Morookoo fi Tuuniziyaan Afrikaarraa dursanii, biyyoota hirmaannaa Waancaa Adduunyaa 2026 mirkaneeffafan ta’an. OFM:Fulbaana.10/2025-Gulaallii Waancaa Addunyaa 2026 Biyyoota Afrikaan Ramaddii 9tti qoodamuun dorgomamaa jiruun Gareen Biyyaalessa Morookoo fi Tuuniziyaan dursanii Afrikaarraa…

SPORT/NEWS

Taphni Laaligaan Ispeen Bara 2025/26 Guyyaa har’aa eegala. OFM:Hagayya.15/2025-Liigota Gurguddoo Awurooppaa Shanan keessaa tokko kan tahe dorgommiin Laaligaa Ispeen har’a eegalama. Taphootni lamas baniinsa bara dorgommii 95ffaa Laaligaa kanarratti kan…

ISPORT NEWS

Luwiis Diiyaaz gara Muunikitti jijjiirraa isaa xummuree jira. OFM:Adoolessa.30/2025-Kilabiin Jarman Baayermuuniik Luwiis Diiyaaziin Liivarpuul irraa mallatteessisuu beeysise. Shaampiyoononni Bundesliigaa jijjiirraa taphataa lammii Kolombiyaa kanaaf Paawundii miiliyoona 65.5 kaffaleera. Taphataan umrii…

SPORT/NEWS

Morkii Waancaa Kilaboota Addunyaa har’a Cheelsiifi PSG jidduutti gaggeeffama. OFM:Adoolessa.13/2025-Taphni xummuraa Waancaa Kilaboota Addunyaa har’a galgala Cheelsiifi PSG jidduutti taphatamu hawwiin eegama. Taphni xummuraa har’a halkan sa’aatii 4:00 eegalee taphatamu…

SPORT/NEWS

Morkiin nuusa xummuraa obboloota lamaan jidduutti taasifamu! OFM:Adoolessa.02/2025-Waancaa kilaboota addunyaa Ameerikaatti aeemsifamaa jiruun kilaboonni 8 nuusa xummuraaf darbuu isaanii mirkaneeffataniiru. Kilaboonni 2 Jarmaan irraa kilaboonni 2 ammoo Braazil 1 Firaans…

SPORT/NEWS

Maanchister Siitiin waancaa kilaboota Addunyaa irratti tapha jalqabaasaa ni taphata. OFM:Waxabajjii.18/2025-Garee 7 keessatti kan ramadame Maanchister Siitiin, galgala sa’aatii 1:00 irratti bakka bu’aa Afrikaa Waayidaad Kaazaabilaankaa waliin taphata. Jijjiirraan tapahattootaa…

ISPORT/NEWS

Baayernmuunik Taphataa Joonaataan Taah mallatteessise. OFM:Caamsaa.29/2025-Baabaariyaanoonni taphataa ganna 29 lammii Jarman Joonaataan Taah jijjirraa bilisaatiin Baayerleeverkusen irraa mallatteessisaniiru. Taphatichi waliigaltee waggaa afurii hanga bara 2029tti Aliyaanz keessa isa tursiisu mallateesseera.…