SPORT/NEWS SADAASA 26/2025
Arjentiinaan Waancaa Addunyaaf darbuu mirkaneeffatte.OFM:Sadaasa.26/2025-Tapha gulaallii Waancaa Addunyaa barii kana taphatmeen Arjentiinaan galchii 4 fi 1n Biraaziil injifachuun waancaa addunyaa 2026’f darbuu mirkaneeffatte.Shaampiyoonaan Waancaa Addunyaa bara 2022 Arjentiinaan taphoota gulaallii…
