Category: Oduu

ODUU/NEWS

Feestivaalii Ispoortii Oromoo Kaaba Ameerikaa (OSFNA) bara kanaatiif, qophiin bal’aan taasifamuu koree qindeessituu beeysise. OFM:Adoolessa.10/2025-OSFNA’n bara kanaa Adoolessa 26 hanga Hagayya 2 bara 2025tti Siyaatilitti adeemsifama. Feestivaalii Egeree OSFNA Waliin…

ODUU/NEWS

Donaald Tiraampi Pireezidaantii Laayibeeriyaatiin ‘eessatti Ingiliffa barte?” jedhanii gaafatan! OFM:Adoolessa.10/2025-Pireezidaantiin US Doonaald Tiraamp Roobii kaleessaa wayita dureewwan biyyoota Afrikaa Waayit Haawusitti affeeruun haasofsiisan kaan jajuun, kaan ammoo waa’ee dandeettii Ingiliffaa…

ODUU/NEWS

Pireezidaantiin Keeniyaa Wiliyaam Ruutoon poolisiin mormitoota miila isaanii rasaasaan rukutanii akka cabsan ajajan. OFM:Adoolessa.09/2025-Pireezidaantiin Keeniyaa Wiliyaam Ruutoon mormiin guddataa dhufe jidduutti, Poolisoonni mormitoota dhaabbilee daldalaa irratti xiyyeeffatan miila isaanii irra…

ODUU/NEWS

Itiyoophiyaan iddoowwan waraanni Ertiraa to’attetti sarbamni raawwatamaa jira jechuun UNtti himatte. OFM:Adoolessa.09/2025-Itiyoophiyaan waraanni Ertiraa ammallee naannawwan daangaa Itiyoophiyaa to’atee akka jiruufi sabamoota sukkanneessoo raawwataa jiraachuu ilaalchisee gabaasaaleen bahaa jiraachuu Dhaabbata…

ODUU/NEWS

Netflix NASA waliin ta’uun tamsaasa kallattii hawaa irraa eegaluufi. OFM:Adoolessa.08/2025-Netflix yeroo dhiyootti imala astronauts fi sochiiwwan biroo hawaa keessatti hojjetan, NASA waliin ta’uun tamsaasuu ni jalqaba. Netflix sagantaalee furguggifama rookkeettii…

ODUU/NEWS

Raashiyaan walabummaa fi Tokkummaa Ameerikaa ni deeggarti jedhan Puutiin. OFM:Adoolessa.08/2025-Raashiyaan US qabsoo koloneeffannaa Ingilizii jalaa walaba ta’uuf goote keessattis ta’ee yeroo Waraana Biyya keessaa US deeggaraa akka turte pireezidaanti Vilaadmiir…

ODUU/NEWS

On Tuesday, the Supreme Court issued a temporary administrative stay that allows former President Donald Trump to proceed—for now—with plans to reorganize and reduce staffing across 19 federal agencies. The…

ODUU/NEWS

Dubaay balalii yaalii taaksii qilleensaa gaggeessite. OFM:Adoolessa.02/2025-Dubaay yaalii taaksii qilleensaa elektirikii Baha Jiddu Galeessaa keessatti, isa jalqabaa taasifte. Yaaliin kun Abbaa Taayitaa Daandiiwwan Emireet fi teessoo isaa Ameerikaa kan ta’e…

ODUU/NEWS

Raashiyaan Miidiyaaleen Awurooppaa 15 biyyasiitti akka hin hojjenne dhoorgite. OFM:Adoolessa.02/2025-Tarkaanfiin kun qoqqobbii Gamtaan Awurooppaa miseensota 27 qabu miidiyaalee Raashiyaa saddeetirra kaa’eef deebiidha jedhameera. Moskoon Qoqqobbii Gamtaan Awurooppaa miidiyaalee Raashiyaa hedduurra…