ODUU 8/24
Bireeten sirna simannaa koolugaltummaarratti jijjiirama gochuufi. OFM:Hagayya.24/2025-Mootummaan UK sirna namootni koolugaltummaa gaafatanii oliyyannoo itti galfatan irrattii fooyya’insa gochuufi. Kaayyoonsaa ammoo oliyyannoo isaaniirratti hanga murtiin kennamutti turtiisaanii hoteelaa gabaabsuudha. hojii kana…
ODUU 8/24
Tiraamp loltoota Shikaagootti bobbaasuun aangootti seeraan ala fayyadamuudha jedhan Bulchaa Illinois. OFM:Hagayya.24/2025-Pireezidaant Doonaald Tiraamp Shikaagootti loltoota bobbaasuuf karoorsuun aangoo seeraan ala fayyadamuudha jedhan miseensa paartii Dimokiraatii kan ta’an bulchaan Illinois.…
