ODUU/NEWS
Pireezidantiin duraanii Faransaayi maallaqa miiliyoonaan Mu’aammar Gaadaafii irraa fudhataniif hidhaman. OFM:Onkoloolessa.21/2025-Pireezidaantiin duraanii Faransaay Niikoolaas Sarkooziin maallaqa hogganaa Liibiyaa duraanii Mu’aammar Gaadaafii irraa fudhachuun filannoo bara 2007 seeraan ala akka injifatan…
