ODUU/NEWS
UN ajjeechaan Gaazaa naannawaa raabsaa gargaarsaatti raawwatame akka qoratamu gaafate. OFM:Waxabajjii.03/2025-Barreessaan ol’aanaa UN, ajjeechaa Filisxeemootaa raabsaa gargaarsa namoomaatti Dilbataa raawwatame qaama walabaatiin akka qoratamu gaafatan. Himannaan humnoonni Israa’el namoota gargaarsaaf…
ODUU/NEWS
Ibiddi bosonaa Kaanaadaatti muudate. OFM:Waxabajjii.01/2025-Kaanaadaa bulchiinsa Manitoobaa keessatti ibiddi bosonaa saffisaan babal’ataa jira. Hojjettoonni baraarsaa xiyyaara waraanaa fi helikooptaroota fayyadamuun jiraattota naannoo sanaa baasuutti jiru. Dhiha Kaanaadaa bulchiinsa Saskatchewan fi…
