ODUU/NEWS FULBAANA 21/2025
Irreessi UNESCO’tti galmaa’uuf adeemsarra akka jiru himame. OFM:Fulbaana.21/2025-Ayyaanni Galateeffannaa, Tokkummaafi Araaraa ta’e Irreessi UNESCO’tti galmaa’uuf adeemsarra jira jedhan Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobanaa Holaa. Ayaanni Irreessaa kun Magaalaa Finfinnee keessatti hanga…
