ODUU/NEWS
Fiigicha ‘Giraandi Slaam’ irratti Atileet Dirribee Waltajjiin injifatte. OFM:Muddee.06/2025-Atileet Dirribee Waltajjiin Fiigicha ‘Giraandi Slaam’ meetira kuma 1 fi 500 dubartoota jidduutti dorgomame injifatte. Fiigicha Giraandi Slaam Jaamaayikaatti dorgomameen Atileet Dirribee…
ODUU/NEWS
Ameerikaafi Chaayinaan dhimma qaraxaarratti kokkeerra wal-ijjatan. OFM:Muddee.05/2025-Biyyootni addunyaa dinagdeen badhaadhan lamaan chaayinaafi Ameerikaan kokkeerra wal-dhaabatuu isaaniitu himama. Lamaan isaaniitu ejjennoo isaanirraa duubatti deebi’uuf agarsiiftuun tokkollee akka hon jirreedha xiinxaaltoonni kan…
ODUU/NEWS ADD
Trump announces ‘historic’ tariffs as he says America’s been ‘looted, pillaged’ OFM:March.02/2025-President Donald Trump on Wednesday unveiled a long-promised, sweeping set of baseline tariffs on all countries and what he…
ODUU/NEWS MUDDEE 02/2025
Doorsisni bilisummaa Pireesii Itiyoophiyaa bara 2024’keessa heddummaataa dhufuun gaazexeessitoonni 43 hidhamuu fi ukkaamfamuun isaanii gabafame. OFM:Muddee.02/2025-Bara 2024 keessa Doorsisni bilisummaa Pireesii Itiyoophiyaa keessatti baay’ataa dhufuun gaazexeessitoonni 43 hidhamuu fi ukkaamfamanii…
ODUU/NEWS MUDDEE 01/2025
Barataan Yunivarsiitii Donaald Tiraamp irratti xiyyeeffate US gadhiise bahe. OFM:Muddee.01/2025-Sababaa sochii mormii Israa’el irratti raawwatameen Barataan Yunivarsiitii Korneel waggaa eebbaa irra ture tokko erga viizaan Ameerikaa isaa jalaa haqameen booda…
