ODUU/NEWS
Ibiddi bosonaa Kaanaadaatti muudate. OFM:Waxabajjii.01/2025-Kaanaadaa bulchiinsa Manitoobaa keessatti ibiddi bosonaa saffisaan babal’ataa jira. Hojjettoonni baraarsaa xiyyaara waraanaa fi helikooptaroota fayyadamuun jiraattota naannoo sanaa baasuutti jiru. Dhiha Kaanaadaa bulchiinsa Saskatchewan fi…
