ODUU/NEWS
OFM:Guraandhala.27/2025-Naannawa daangaa Itiyoophiyaa fi Keeniyaatti waldhadee muudateen namoonni ajjeefamuu hordofee nagaa buusuuf mariin taasifame. Daangaalee Itiyoophiyaa fi Keeniyaan waldaangeessan, naannoo Kibba Itiyoophiyaa aanaa Daassanach fi kaaba Keeniyaa Turkaanaa keessatti waldhabdee…
