ODUU/NEWS
Baankiin biyyaalessaa Baankonni dhugummaa Ragaa barnoota hojjetoota isaanii akka qulleessan ajaje. OFM:Muddee.23/2025.Ragaaleen barnootaa sobaa, akkasumas ragaa digirii bitamu hordofuun, Baankiin Biyyoolessaa Itiyoophiyaa ragaan barnootaa hojjettoota baankota biyyattii keessa jiranii akka…
OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 23/2025
Hogganaan Waraana Liibiyaa caccabaa Xayyaaraa keessatti du’ee argame. OFM:Muddee.23/2025•Hogganaan waraana Liibiyaa Mohaammad Alii Ahmed Al-Haddad fi namoonni afur Kiibxata halkan Turkiyaatti balaa xiyyaaraa muudateen du’uu isaanii Ministirri Muummee Abdulhamid Dbeiba…
OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 23/2025
U.S.A fi Itiyoophiyaan waliigaltee deeggarsaa Doolaara biiliyoona 1.4 ol mallatteessan. OFM:Muddee.23/2025.Ameerikaafi Itiyoophiyaan waliigaltee deeggarsaa Doolaara biiliyoona 1 fi miiliyoona 400 fi kuma 600 fi kuma 60 mallatteessaniiru. Mootummaan Ameerikaa tumsa…
ODUU/NEWS
Masrii Itiyoophiyaa waliin Waldhabdee hin barbaadu jette. OFM:Muddee.21/2025.Pireezidaantiin Masrii Abdul Fattaah Al-Sisiin akka jedhanitti, Masriin Itiyoophiyaa waliin hidha Haaromsaa ilaalchisee waliigaltee seeraa dirqisiisuu irratti “rakkina biraa hin qabdu.” Pireezidaantichi kana…
