Category: Oduu

OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 04/2025

Tiraamp hoggantoota biyyoota DRC fi Ruwaandaa waliigaltee nagaa mallatteessuuf jiran simachuufi. OFM:Muddee.04/2025.Bulchitoonni Dimookiraatawa Rippaablika Koongoo (DRC) fi Ruwaandaa lola waggoota dheeraa naannicha keessa ture dhaabuuf waliigaltee nagaa mallatteessufi. Kora waliigaltee…

ODUU/NEWS

Puutin ” Awurooppaa waliin wal loluuf fedhii hin qabnu, garuu yoo barbaadan qophiidha” jedhan! OFM:Muddee.02/2025.Puutin marii Ameerikaan Moskootti taasiftuun dura Raashiyaan Awurooppaa waliin waraana hin barbaaddu garuu yoo isaan barbaadan…

ODUU/NEWS

Addunyaa guutuutti waggaa tokko keessatti namoonni 630,000 dhukkuba AIDSiin du’uun himame. OFM:Muddee.01/2025.Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) gabaasa jala bultii guyyaa AIDS addunyaa Muddee tokko(01) kabajamu irratti baaseen bara 2024tti namoonni miiliyoona…

ODUU/NEWS

MM Israa’el Himata malaammaltummaa irratti baname dhiifama gaafatan. OFM:SADAASA.30/2025.Ministirri Muummee Israa’el Beeniyaamin Netaaniyaahuun himannaa malaammaltummaa irratti dhiyaateef, Pireezidaantii biyyattiif dhiyeeffatan. Netaaniyaahuun himannaa malaammaltummaa isarratti banameef dhiifama gaafateera. Waajjirri Ministira Muummee…