Dhaabbanni ‘EFFORT’ mootummaan federaalaa uggura herrega baankiilee irra kaa’ee ture hatatamaan akka kaasu gaafate.
Kaaba Keeniyaatti sababa hongee muudate hordofuun kutaalee bulchiinsaa 5 keessatti labsiin yeroo muddamaa akka labsamu gaafatame.
Manni murtii ol’aanaa dhimma mirga lammummaa Ameerikaa dhalootaan argachuu mormu ilaaluuf waliigale.
Waraanni cimaan daangaa Paakistaaniifi Afgaanistaan jidduutti ka’e.
