OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 01/2025
Tiraamp hogganaa Veenzuweelaa Maaduroo waliin dubbachuu mirkaneessanii; Karaakaas US haleellaa shira xaxaa jirti jechuun himatte. OFM:Muddee.01/2025.Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp dhiheenna kana Pireezidaantii Veenzuweelaa Niikoolaas Maaduroo waliin bilbilaan haasa’uu isaanii dilbata…
OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 01/2025
Chaayinaan meeshaa humna guddaa qabu kan galaana jalaa kutaa keebilii kan tiraafikaa interneetii addunyaa %95 hir’isuu danda’u ifoomsite. OFM:Oduu Muddee 01/2025.Chaayinaan meeshaa humna guddaa qabu kan galaana jalaa kutaa keebilii…
ODUU/NEWS
MM Israa’el Himata malaammaltummaa irratti baname dhiifama gaafatan. OFM:SADAASA.30/2025.Ministirri Muummee Israa’el Beeniyaamin Netaaniyaahuun himannaa malaammaltummaa irratti dhiyaateef, Pireezidaantii biyyattiif dhiyeeffatan. Netaaniyaahuun himannaa malaammaltummaa isarratti banameef dhiifama gaafateera. Waajjirri Ministira Muummee…
Loltoota US Waayita Hawus biratti itti dhukaafame lamaan keessaa, tokko lubbuun darbite.
OFM:SADAASA.28/2025.Loltoota Ittisa Biyyaa US lama Waashingiten DC ollaa Waayita Hawusitti Roobii darbe rasaasaan rukutaman lamaan keessaa tokko lubbuun isii darbuu pireezidaantiin US Doonaald Tiraamp himan. Shamarree waggaa 20 kan taate…
OFM;ODUU/NEWS SADAASA 26/25
Ajajaan waraanaa US MM Dr.Abiyyii fi F/Maarshal Biraanuu waliin mariyatan. Ertiraan ‘Hawwiin ulaa galaanaa Itiyoophiyaa aggaammii walabummaa kiyyarratti dhufedha’ jette. Chaayinaan Jaappaan akeekkachiifte: Misaa’ela naannoo Taayiwaanitti bobbaasuun ‘balaa guddaa qaba’.…
ODUU/NEWS
Faawndeeshiiniin Rufayidaa Dubartoota Karaalee gara garaatiin Gumaacha Taasisan Badhaase. OFM:SADAASA.24/2025. Faawundeeshiniin Dubartoota Rufayidaa badhaasa Rufayidaa jalqabaa kan qopheesse yoo ta’u, dubartoonni Musliimaa damee adda addaatiin gumaacha olaanaa taasisan badhaafamaniiru. Saganticha…
