OFM;ODUU/NEWS SADAASA 20/2025
Lammiileen Itiyoophiyaa miiliyoona 44 ol ta’an dhiheessii bishaan dhugaatii qulqulluu akka hin arganne ibsame.Itiyoophiyaan sababa haleellaa saayibariitiin waggaatti birrii tiriliyoona 10 ol dhabuu akka dandeessu himameerYaa’iin hoggantoota Gamtaa Afrikaafi Awurooppaa…
OFM;ODUU/NEWS SADAASA 19/2025
Haleellaa Raashiyaan lixa Yukireenitti raawwatteen namoonni 20 ajjeefaman. OFM:SADAASA.19/2025.Haleellaa dirooniifi misaayelaa Raashiyaan lixa Yukireen magaalaa Teenoopilitti raawwatteen daa’imman lama dabalatee namoonni 20 lubbuu dhabaniiru. Namoonni 66 biroon kan madaa’an yoo…
OFM;ARDAA SPORT/ NEWS
Biyyi odola xiqqoo Kuraasaa’oon waancaa addunyaa bara 2026f darbite. OFM:SADAASA.19/2025.Biyyi xiqqoo Kaaribiyaan Kuraasaa’oo waancaa addunyaa bara 2026 irratti bakka ishee mirkaneesseetti. Kuraasaa’oon tapha xummuraa murteessaa irratti Jaamaayikaa cimtuu waliin 0-0n…
OFM;ODUU/NEWS SADAASA 19/2025
ABO fi KFO’n pireezidaantii Naannoo Oromiyaa wajjin marii’achuuf gaafatan.Nami tokko ammas Vaayirasii Maarbargiin qabamuu Ministeerri Fayyaa Itoophiyaa ibsePireezidaant Doonaald Tiraamp mootii Sa’udii Arabiyaa Waayit Hawusitti simatan, Kiristaanoo Ronaaldoonis irratti argamEPirezidaantiin…
ODUU/NEWS
Tiraamp mootii Sa’udii Waayit Hawusitti simate, Kiristaanoo Rodaaldoonis irratti argamuufi. OFM:SADAASA.18/2025.Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp Waayit Haawusitti mootii Sa’udii Mohaammad Bin Salmaan agarsiisa waraanaafi dhukaasa madiifin simatan. Simannaa ho’aa akkanaa kun…
OFM;ODUU/NEWS SADAASA 18/2025
Barattoonni Musliimaa Dirree Barnoota irraa dhiibamaa jiru jedhe Majlisni Federaalaa. Yuunivarsiitiiwwan biyyatti garagaraa keessatti barattoonni mormii sagantaa minisiteerrii barnootaa baasee falmuu itti fufan. Manni Maree Nageennaa UN karoora Tiraamp Gaazatti…
ODUU/NEWS SADAASA 17/2025
Kaanaadaan Itiyoophiyaa dabalatee Lammiileen isii gara biyyoota Baha Afrikaa imala hin taasisne akeekkachiiste. OFM:SADAASA.17/2025.Itiyoophiyaa dabalatee biyyoota Baha Afrikaatti lammiileen Kaanaadaa akka hin imalle ministirri dhimma Alaa Kaanaadaa Anitaa Anaandi akeekkachiisa…
ODUU/NEWS SADAASA 17/2025
Maaleeziyaa magaalaa Perlis keessatti Yaa’iin Hayyoota Musliimaa Afrikaa-Eeshiyaa gaggeeffamaa ture xummurame. Saawud Arabiyaan torbee tokko keessatti lammiilee Itiyoophiyaa 1,000 ol daangaa ce’an to’annaa jala oolchuu ibsite. Qondaalli Ameerikaa duraanii Awurooppaan…
