OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 22/2026

Hiriirri dhaadannoo “Pireezidaanti Tiraamp harka keessan Itiyoophiyaa fi Afrikaa irraa kaasaa” jedhu gaggeeffamuufi. OFM:Amajjii.22/2026.Lammiileen Itiyoophiyaa Afrikaa Kibbaa haasawa Pireezidaanti Tiraamp irratti addabaabayii Neelsan Maandeellaatti hiriira mormii taasisuuf akka jiran himame.…

OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 21/2026

Barreessaa Ol’aanaa UN USA’n seerota idil-addunyaatii ol akka taateetti of ilaalti’jedhe. OFM:Amajjii.21/2026.Barreessaa Ol’aanaa UN Antooniyoo Gutaarez, Ameerikaan gaafatamummaa malee socho’aa jirti, seerota idil-addunyaatii ol akka ta’etti of ilaalti jedhan. Gutaarez…

OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 20/2026

Itiyoophiyaan Azarbaajaan daawwachuuf waamicha taasifameef simatte!Ministeerri Haqaa Herrega Karra Kaffaltii Appii Kudhan dhoorge.Tiraamp dhimma Giriinlaand Badhaasa Noobeliin yoo walqabsiisan, Gamtaan Awurooppaa haaloo ba’uuf qophaa’eSomaaliyaa fi Qaataar waliigaltee waraanaa mallatteessanIPireezidaantiin Bulgaariyaa…

OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 19/2026

Konkolaattonni elektirikii Chaayinaa Ameerikaa Kaabaa seenuun falmii haaraa kaase. OFM:Amajjii.19/2026.Murtee Kaanaadaan konkolaattota elektirikii Chaayinaa (EV) biyya isii akka seenan hayyamuuf murteessite US’f ”baay’ee yaaddessaa fi rakkoo qabaachuu” Washingitan beeysisteetti. Akka…