ARDAA SPORT
https://youtu.be/GPLXWcoTOtc Tapha Michummaa Gareemadda walaabuuf Team Oromia Seattle WA.
ODUU/NEWS
Miidiyaan hawaasaa fayyaa sammuu dargaggoota lafaa dhufan miidhaa jira! OFM:Adoolessa.13/2025-Qorannoon Yunivarsiitii Ingilizii tokko maxxansee akka agarsiisutti dargaggoonni lafaa dhufoo kanneen yaaddoo qaban miidiyaa hawaasaatiin miidhamuu isaanii guddaadha. Fayyaan sammuu dargaggoota…
SPORT/NEWS
Morkii Waancaa Kilaboota Addunyaa har’a Cheelsiifi PSG jidduutti gaggeeffama. OFM:Adoolessa.13/2025-Taphni xummuraa Waancaa Kilaboota Addunyaa har’a galgala Cheelsiifi PSG jidduutti taphatamu hawwiin eegama. Taphni xummuraa har’a halkan sa’aatii 4:00 eegalee taphatamu…
ODUU/NEWS
Doonaald Tiraampi Teeksaasitti iddoo lolaan bishaanii miidhaa geessise daawwatan. OFM:Adoolessa.11/2025-Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi Teeksaasitti naannawa lolaan bishaanii miidhetti argamuun daawwatan. Donaald Tiraampi Balichi muudachuu akka danda’u akeekkachiifni hin kennamne jedhamuun…
