ODUU/NEWS

Burukiinaa Faasoo fi Chaayinaan waliigalteerra gahan. OFM:Caamsaa.31/2025-Burukiinaa Faasoo fi Chaayinaan yakka ittisuu fi jijjiirama dijitaalaa guddisuuf kaameeraa hordoffii 900 guutuu biyyattiitti bobbaasuuf waliigalaniiru, kunis qaama jalqabbii “Smart Burukina” nageenna hawaasaa…

ODUU/NEWS

Kaaba Gaazaatti Hospitaalli dhumaa argamu cufame. OFM:Caamsaa.31/2025-Hospitaalli dhumaa kaaba Gaazaa akka cufamu Israa’eliin ajajni kan itti kenname ta’uu daayreektarri hospitaalichaa beeysisaniiru. Tajaajillii Fayyaa isa dhumaa kaaba Gaazaa keessatti argamu erga…

ODUU/NEWS

Ameerikaan yoo Raashiyaan dhukaasa dhaabuuf walii galuu baatte marii keessaa akka of baaftu beeysifte. OFM:Caamsaa.31/2025-US Raashiyaan dhukaasa dhaabuuf walii galuu yoo hin fudhanne, marii keessaa akka of baaftu beeysifteetti. Ameerikaan…

ODUU/NEWS

Naayijeeriyaa keessatti balaa roobaa muudateen lubbuun namoota 88 darbe. OFM:Caamsaa.30/2025-Jiddugaleessa Naayijeeriyaa kutaa Naayijeer naannoo Mokwaatti Roobni cimaa roobee, lolaa uumameen lubbuun namoota 88 darbeera. Akka gabaasa ‘Sputnik Africa’tti balaa kanaan…

ODUU/NEWS

Lammiin Mooriitaaniyaa Dr.Sidi Ould Tah pireezdaantii Baankii Misooma Afrikaa 9ffaa ta’uun filataman. OFM:Caamsaa.30/2025-Pireezidaantiin filataman kun baankii kanaaf faayinaansii argachuuf gara Chaayinaa, Sa’uudii Arabiyaa, Yunaayitid Arab Emireetitti garagaluu ykn biyyoota Afrikaa…

ODUU/NEWS

Netaaniyaahuun karoora dhukaasa dhaabuu haaraa Witkoff fudhachuu isaanii Chaanaaliin Israa’el 12 gabaaseera. OFM:Caamsaa.30/2025-Yaadni haaraan kun yeroodhaaf dhukaasa dhaabuun kun dhukaasa dhaabbataa akka dhaabu wabii ifa ta’e Ameerikaa kan hin hammanne…

ISPORT/NEWS

Baayernmuunik Taphataa Joonaataan Taah mallatteessise. OFM:Caamsaa.29/2025-Baabaariyaanoonni taphataa ganna 29 lammii Jarman Joonaataan Taah jijjirraa bilisaatiin Baayerleeverkusen irraa mallatteessisaniiru. Taphatichi waliigaltee waggaa afurii hanga bara 2029tti Aliyaanz keessa isa tursiisu mallateesseera.…

ODUU/NEWS

Saawud Arabiyaan dhugaatii alkoolii Zoonoota addaa keessatti akka gurguramu hayyamte. OFM:Caamsaa.28/2025-Saawud Arabiyaan Turistoota Musliimaa hin taaneef tajaajiloota kan akka alkoolii Zoonoota addaa keessatti akka gurguramu hayyamteetti. Zoononni kunneenis Hoteelota qananiin…

ODUU/NEWS

Raashiyaan Tiraamp mallattoo ‘miira to’achuu dhabuutu’ irraa mul’ata jette. OFM:Caamsaa.27/2025-Raashiyaan Donaaldi Tiraamp mallattoo ‘miira to’achuu dhabuutu’ irraa mul’ata jechuun himatte. Haleellaa qilleensaa cimaa Mooskoon Yukireen irratti raawwatte hordofee erga Doonaald…