OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 20/2026
Itiyoophiyaan Azarbaajaan daawwachuuf waamicha taasifameef simatte!Ministeerri Haqaa Herrega Karra Kaffaltii Appii Kudhan dhoorge.Tiraamp dhimma Giriinlaand Badhaasa Noobeliin yoo walqabsiisan, Gamtaan Awurooppaa haaloo ba’uuf qophaa’eSomaaliyaa fi Qaataar waliigaltee waraanaa mallatteessanIPireezidaantiin Bulgaariyaa…
OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 19/2025
Mootummaan federaalaa naannolee naannoo Tigraayii fi Amaaraa jidduutti “waldhabdee” jedhamanii ilaalaman keessatti mootummoota naannoo diiguuf qophaa’aa jira. Pireezidaanti Tiraamp Tapha Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Humnoota Galaanaa eeguuf Ajaja Hojii raawwachiiftuu…
OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 19/2026
Konkolaattonni elektirikii Chaayinaa Ameerikaa Kaabaa seenuun falmii haaraa kaase. OFM:Amajjii.19/2026.Murtee Kaanaadaan konkolaattota elektirikii Chaayinaa (EV) biyya isii akka seenan hayyamuuf murteessite US’f ”baay’ee yaaddessaa fi rakkoo qabaachuu” Washingitan beeysisteetti. Akka…
OFM;ARDAA ISPOORTII AMAJJII 18/2026
Senegaal Shaampiyoonaa Waancaa Afrikaa 35ffaa taate! OFM:Amajjii.18/2026.Tapha Waancaa Afrikaa 35ffaa qopheessummaa Moorookoon gaggeeffamaa tureen senegaal galchii 1 fi 0’n Moorokoo Injifachuun Shaampiyoonaa taatee jirti. Senegaal Seenaa isii keessatti si’a 2ffaaf…
OFM;ARDD ISPOORTII AMAJJII 18/2026
Seattle crushed the 49ers 41–6, and the game showed just how dominant the Seahawks’ defense has become. San Francisco came in as one of the hottest teams in the league,…
OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 16/2026
Ogeessi Aartii beekamaa Natsaannat Warqinaan du’aan lubbuun darbe. OFM:Amajjii.16/2026.Ogeessi Aartii beekamaan Natsaannat Warqinaa dhibee irra bubbuleen du’aan addunyaa tanarraa godaaneera. Natsaannat fiilmiiwwan koomeedii jaallatamoo hedduu qopheessuufi taatoo ta’uun beekama. Televizhiinii…
OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 16/2026
Pireezidaanti Tiraamp Mormii Minisoota Keessatti adeemsifamaa jiru dhaabsisuuf Humna Waraanaa fayyadamuuf doorsisan. OFM:Amajjii.16/2026.Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp mormii farra ICE (Immigration and Customs Enforcement) Minneapolis, Minisootaa keessatti geggeeffamaa jiru dhaabuuf humna…
OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 16/2026
Paarlaamaan Awurooppaa raawwiin nagaa fi dimokiraasii Itiyoophiyaa gadi aanaa ta’uu naaf beekaa jedhe. OFM:Amajjii.16/2026.Jeequmsa siyaasaa biyya keessaa fi waldhabdee ji’oopoolitikaa humnoota alaa gaanfa Afrikaa waliin jiran jidduutti, raawwiin nagaa fi…
OFM;ODUU/NEWS AMAJJII 16/2026
Ministiroonni Dhimma Alaafii Bishaanii Itiyoophiyaa Juubaa daawwatan. OFM:Amajjii.15/2026. Sochiin dippilomaasii naannoo cimee itti fufee wayita jirutti, Ministeerri dhimma Alaa Itiyoophiyaa fi Ministirri Bishaaniifi inarjii qondaalota ol’aanoo kaan wajjin Suudaan Kibbaa…
