ODUU 2/21/26

Doonaald Tiraamp ji’a dhufu daawwannaa hojii guyyoota sadiif Chaayinaatti ni taasisu. OFM:Gurraandhala.21/2026.Pireezidaanti Doonaald Traamp waamicha mootummaa Chaayinaatiin Bitootessa 31 hanga Ebla 2 Beejiingitti daawwannaa ofiisaanii akka taasisan qondaaltonni Waayit Haawus…

ODUU/NEWS

OFM:ODUU GADDAA:Gurraandhala.09/2026 ••••••••••••••••••• Balaa bidiruu Liibiyaa muudateen daa’imman lama dabalatee namoonni 53 du’an. Daa’imman lama dabalatee yoo xiqqaate namoonni 53 bidiruun laastikaa qarqara galaanaa Liibiyaa irratti garagaltee booda du’uun isaanii…