OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 05/2025

Pireezidaanti Donaald Tiraampi badhaasa nageennaa FIFA injifatan. OFM:Muddee.05/2025.Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi badhaasa nageennaa Waldaa Kubbaa Miilaa Addunyaa injifataniiru. Sagantaa carraa baasuu Waancaa Addunyaa 2026 har’a Ameerikaa Waashingitan DCtti gaggeeffamerratti Pireezidaanti…

OFM;ODUU/NEWS MUDDEE 04/2025

Tiraamp hoggantoota biyyoota DRC fi Ruwaandaa waliigaltee nagaa mallatteessuuf jiran simachuufi. OFM:Muddee.04/2025.Bulchitoonni Dimookiraatawa Rippaablika Koongoo (DRC) fi Ruwaandaa lola waggoota dheeraa naannicha keessa ture dhaabuuf waliigaltee nagaa mallatteessufi. Kora waliigaltee…

OFM;ARDAA ISPORTII

Arsenaal Bireentifoordiin injifachuun dursummaa isaa cimsate. OFM:Muddee.03/2025.Taphoota Piriimeerliigii Ingiliiz torbee 14ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal Bireentifoordi injifateera. Arsenaal galchii 2 fi 0’n Bireentifoordi injifachuun dursummaa isaa cimsateera. Milkeel Merinoo fi…

ODUU/NEWS

Puutin ” Awurooppaa waliin wal loluuf fedhii hin qabnu, garuu yoo barbaadan qophiidha” jedhan! OFM:Muddee.02/2025.Puutin marii Ameerikaan Moskootti taasiftuun dura Raashiyaan Awurooppaa waliin waraana hin barbaaddu garuu yoo isaan barbaadan…

ODUU/NEWS

Addunyaa guutuutti waggaa tokko keessatti namoonni 630,000 dhukkuba AIDSiin du’uun himame. OFM:Muddee.01/2025.Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) gabaasa jala bultii guyyaa AIDS addunyaa Muddee tokko(01) kabajamu irratti baaseen bara 2024tti namoonni miiliyoona…