ODUU/NEWS
Somaaliyaatti Tiktokeroonni pireezidaantii arrabsan jedhaman hidhaman. OFM:Fulbaana.17/2025-Poolisiin Somaaliyaa namoota Tiktok hojjetan afur wayita viidiyoo shubbisaa hojjetan pireezdaantii biyyattii Hasan Sheek Mahmuud arrabsan jechuun to’ate. Viidiyoo agarsiifame keessatti dargaggoonni kunneen wallee…
ODUU/NEWS
Israa’el Gaazaatti ajjeechaa jumlaatiin duguuggaa sanyii raawwataa jirti jechuun UN himate. OFM:Fulbaana.16/2025-Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Komishiniin dhimma Filisxeem qoratu Israa’el lammiilee Filisxeem Gaazaa keessa jiraatan irratti yakka ajjeechaa jumlaan duguuggaa sanyii…