ODUU/NEWS SADAASA 11/2025
Koreen Godina Arsiitti Rakkoo muudatee ture akka qulqulleeffatuuf hundaa’e gabaasa isaa jalqabaa ifoomse. Itiyoophiyaan yaa’ii jijiramaa haala qilleensaa 32ffaa akka keessummeessitu filatamte. Tiraamp Ameerikaan milkaa’ina Sooriyaaf waan dandeessu maraa ni…
ODUU/NEWS
Bidiruun dhidhimuu hordofee lubbuu namootaa baraaruuf tattaaffiin godhamaa jira. OFM:SADAASA-09/2025-Naannawaa daangaa Maaleezyiyaa fi Taayilaanditti Bidiruun dhidhimuu hordofee lubbuu namootaa baraaruuf tattaaffiin taasifamaa jiraachuu gabaafame. Namoonni 300 ta’an Bidiruu guddaa tokkoon…
OFM;ODUU/NEWS SADAASA 07/2025
FIFAn badhaasa nagaa mataa isaa qopheessuuf deema! OFM:SADAASA-06/2025-Qaamni kubbaa miilaa addunyaa bulchu FIFAn “Badhaasa Nagaa FIFA” qopheessuu jalqabuuf akka jiru beeysise. Pireezidaantiin FIFA Giyaanii Infaantiinoon badhaasa jalqabaa carraa waancaa addunyaa…
