Aanga’aan ol’aanaa Ameerikaa “nageennaafi tasgabbii naannoo” irratti MM Abiyyi Ahmad waliin mari’achuufi. USA’tti Baradaan seena qabeessa jedhame balalii 8,000 ol haqe. Peentaagoon ‘Nageenna keessoo malee Chaayinaan kana booda nuuf yaaddoo miti’ jedhe. Hogggansi waraanaa Suudaan, mana maree ce’umsaa hundeessuuf marii eegaluu ibse Itaaliyaan “Waltumsi nuhi Ameerikaa waliin qabnu kan hin raafamneedha” jette.
