ODUU/NEWS CAASAA 01/2026
Puutiin Baha Jiddu Galeessaatti nagaa buusuuf waan danda’u mara akka godhan dubbatan. OFM:Caamsaa.01/2026.Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin, Seent Piiteersbarg keessatti ministeera haajaa alaa Iraan Abbaas Araqchi waliin walga’ii seena qabeessa taa’taa’aniin,…
