ODUU/NEWS ONKOLOOLESSA 03/2026
Gamtaan Afrikaa dhimma Itoophiyaa irratti walga’ii ariifachiisaa akka waamuuf Aministiin gaafate.US doonii waraanaa sadaffaa fi loltoota kumaatamaan lakkaa’aman gara Baha jiddu galeessaatti ergaa jirti.Raashiyaan meeshaa waraanaa kamiyyuu fayyadamuuf qophiidha jechuun…
