Wayita Yuunaayitid Isteetis haleellaa isii itti cimsitetti Iraan biyyoota ollaa Galoo Galaana Arabaa rukutte. Kaanaadaan yaada Gamtaa Mootummootaa haala faallessuun, namoota dhiheenna kana Koongoo turan biyya akka hin senne yeroof dhoorguufi. 3US bakka niwukilaraa Iraan rukutte, Tehiranis cimsitee balaaleffatte. Waraana USA fi Iraan tasgabbeessuuf; Ministirri Muummee Iraaq Alii al Zaayidiin Teehiraan daawwachuufiIsraa’el murtee haaraa,hidhamtoonni akka hin miliqneef naannoo manneen hidhaa keessatti naachota bobbaasaa jirti.
