Abdiin lammiileen Itiyoophiyaa US jiraatanii kumaatamaan lakkaawamanii cufame.
Bulchaan Teeksaas Buufata Xiyyaaraa keessatti iddoo Wuduu’aa itti taasisan dhaabuuf doorsisaa ta’e, Garee Mirga Musliimootaa guddaa Yunaayiti Isteet balaaleffate.
Faransaay guyyoota dhufanitti dippiloomatota Iraan lama akka ariitu beeysifte.
Iraan “Abjuu Tiraamp waa’ee Hulaa Hormuuz qabu yeroo dhiyootti sirreessina,” jette.
