Author: Abdella Gemmedu

ODUU/NEWS

Ukraine’s defense industry has rapidly evolved into a hub of innovation, driven by necessity and limited Western support. Fire Point, a standout drone manufacturer, exemplifies this transformation. Led by Iryna…

ISPORT/NEWS

Piriimiyeer Liigiin Ingiliz tıbba jijjiirraa ganna kanaan maallaqni baase riikardii haaraa ta’e. OFM:Hagayya.21/2025-Piriimiyeer Liigiin Ingiliz tıbba jijjiirraa ganna kanaan maallaqni baase riikardii haaraa ta’ee galmaa’e. Bara dorgommii darbe shaampiyoonshiippii injifatee…

ODUU/NEWS

Moskoon warri Awurooppaa nagaan akka hin dhufneef yaalii hojjetaa jiru jette. OFM:Hagayya.21/2025-Ergamaan addaa pireezidaantii Raashiyaa Hoggantoonni Awurooppaa marii nagaa mancaasuuf yaaluun hariiroon Raashiyaa fi Ameerikaa gara biyya isaanii duraaniitti akka…

ODUU/NEWS

Tiraamp Zeleniskiif filmaatilee rakkisoo ta’an dhiyeessuu malu jedhame. ‎ OFM:Hagayya.18/2025-Waraanni dachee Yuukreen irraa akka dhaabbatuuf biyyattiin bulchiinsotashee muraasa Raashiyaaf kennuufi abjuu NATOtti makamuu dhaabuu qabdi jechuun D. Tiraamp himuun dhagahame.…

ODUU/NEWS

Komishinii Siivil Sarviisii Daldaltoota sababa malee gatii dabalan irratti tarkaanfiin ni fudhatama jedhe. ‎ ‎OFM:Hagayya.19/2025-Fooyya’iinsa miindaa taasifame hordofuun daldaltoota daballii gatii taasisuuf yaalan irratti mootummaan tarkaanfii cimaa fudhachuuf ajaja akka…

ODUU/NEWS

Taayiwaan Sodaannee jirra,Tuffatamnee jirra; Chaayinaan nu weeraruuf akka jirtu addunyaan nuuf haa beeku jette. OFM:Hagayya.18/2025-Taayiwaan dooniiwwan waraanaa gurguddoon Chaayinaa xiyyaara waraanaa ibidda hafuura baafatu qabatanii naannoo keenya naanna’aa akka jiran…

ODUU/NEWS

Loltoonni NATO Yukireen keessa yoo buufatan tasumaa fudhatama hin qabu jette Raashiyaan OFM:Hagayya.18/2025-Yeroo mariin Tiraamp fi Zeleniskii wayita eegamaa jirutti Mooskoon ejjannoosii irra deebiin ifa goote. Ministiirri Dhimma Alaa Raashiyaa…

SPORT/NEWS

Taphni Laaligaan Ispeen Bara 2025/26 Guyyaa har’aa eegala. OFM:Hagayya.15/2025-Liigota Gurguddoo Awurooppaa Shanan keessaa tokko kan tahe dorgommiin Laaligaa Ispeen har’a eegalama. Taphootni lamas baniinsa bara dorgommii 95ffaa Laaligaa kanarratti kan…