ODUU/NEWS
Seattle and New England enter the Super Bowl as two of the league’s strongest teams, combining for 26 regular‑season wins. The matchup features two coaches at very different stages: Seattle’s…
Seattle and New England enter the Super Bowl as two of the league’s strongest teams, combining for 26 regular‑season wins. The matchup features two coaches at very different stages: Seattle’s…
Gamtaa Mootummootaatti Koreen mirga daayimmanii Itiyoophiyaa keessatti miidhaa daa’imman irratti raawwatamaa jiru irratti yaaddoo qabaachuu ibse. Faransaay Afrikaa akka mooraa duubaa isiitti kan ilaaltu yoo ta’u, Raashiyaan ammoo filannoowwan nageennaa…
Ameerikaan lammileen isii Iraan keessaa akka bahan ajajje. OFM:Gurraandhala.06/2026.Aanga’oota ol aanoo mootummaa Ameerikaa fi Iraan gidduutti mariin jalqabaa Omaan keessatti taasifamu jalqabuuf sa’aatiiwwan muraasni yeroo hafetti, Ameerikaan lammileen isii Iraan…
Qondaalli ol’aanaa basaasaa Raashiyaa Moskootti rasaasaan rukutamee, hospitaala seene! OFM:Gurraandhala.06/2026.Magaalaa guddoo Raashiyaa Moskootti qondaalli waraanaa sadarkaa ol’aanaa qabu Letenaal Jeneraal Vladimir Alekseev rasaasaan rukutame. Itti aanaan itti gaafatamaa dhaabbata basaasa…
Ministirri Dhimma Alaa Iraan “Mootummaan Jarmanii duubatti harkifamaa jira” jechuun Chaansilara Jarmanii qeeqan. OFM:Gurraandhala.05/2026.Hariiroon Iraanii fi biyyoota Awurooppaa keessattuu Jarman jidduu jiru sadarkaa gadi aanaa yeroo kamiyyuu irra gaheera. Ministirri…
Tiraamp Beejiingi walitti dhufeenna Tehiraan waliin qabdu akka addaan kuttu gaafatan. OFM:Gurraandhala.05/2026.Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp Beejiing walitti dhufeenna cimaa Iraan waliin qabdu irra deebitee akka ilaaltuu fi hariiroo Tehiraan waliin…
SE Seattle P.E.A.C.E Coalition on Tuesday February 3 from 6 – 7:30 pm at the New Holly gathering hall (7054 32nd Ave S, Seattle) for this year’s multi-cultural dinner. Our…
https://youtu.be/33dYDCoDyUQ?si=aknOtjrGLiMYyZvu
Tiraamp Seenaa Ameerikaa keessatti Waggoota 250 booda yeroo jalqabaaf lakkoofsa lammiilee U.S. hir’isuu akka danda’an ibsame. OFM:Guraandhala.02/2026.Pireezidaantiin Ameerikaa Donaald Tiraamp Imaammatni immigireeshinii cimaan hordofaa jiran, biyyattiin waggoota 250 booda lakkoofsi…
Tiraamp ‘Chaayinaa waliin waliigaltee uumuun balaa itti fida’ jechuun UK akeekkachiise. OFM:Amajjii.30/2026.Yeroo Ministirri Muummee Beejiingi daawwachuu itti fufee jirutti Doonaald Tiraamp ”Chaayina waliin waliigaltee uumuun balaa itti fida,” jechuun UK…