Category: ARDAA ISPOORTII

SPORT/NEWS

Liiverpuul deeggartoota waliin injifannoo isaa kabajatuurratti argama. OFM:Caamsaa.26/2025-Liiverpuul injifannoo Piriimeer Liigii bara 2024/25 deeggartoota isaa waliin kabajataa jira. Daandiwwanirra naanna’uun waancaa Piriimeer Liigii yeroo 20ffaaf fudhate deeggartoota isaa waliin gammaachuu…

SPORT/NEWS

Zyaavii Aloonsoon leenjisaa Riyaal Maadriid ta’e. OFM:Caamsaa.25/2025-Lammiin Ispeen taphataan duraanii Maadriid Zyaavii Aloonsoon leenjisaa Riyaal Maadriid ta’uun muudamuu ibsameera. Zyaavii Aloonsoon hanga bara Faranjootaa 2028tiitti leenjisaa Riyaal Maadriid ta’ee tajaajiluuf…

SPORT/NEWS

Atileet Madiinaa Isaa fiigicha kiiloomeetira 10 Maanchastaritti gaggeeffame injifatte. OFM:Caamsaa.18/2025-Atileet Madiinaa Isaa fiigicha kiiloomeetira 10 dubartootaan Maanchastaritti adeemsifame mo’atteetti. Atileet Madiinaan dorgommii kana daqiiqaa 30 fi sakondii 42n xummuruun tokkoffaa…

ISPORTI/NEWS

Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan PSGn xummuraaf darbe. OFM:Caamsaa.08/2025PSG’n Arsenaal injifachuun xummuraa Waancaa Shaampiyoonsi liigii Awurooppaaf gahe. Tapha deebii Walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a taphatameen PSGn Arsenaal injifachuun xummuraaf darbe. Tapha…

ISPORT NEWS

Arsenaal warra Bukaayoo Saakaa barbaadan akeekkachiise. OFM:Muddee.22/2025-Arsenaal Bukaayoo Saakaan tapha deebii Beernaboo irratti galchii erga lakkoofsisee booda Riyaala Maadirid urjiin taphaticha milqsuuf yaada akka qaban midiyaaleen Ispeen gabaasaa jiru. Taphaatan…

ODUU/ISPORT

Niwukaastil Yuunayitid Maanchistar Yuunayitidiin ol’aantummaa taphaa waliin injifate. OFM:Muddee.13/2025-Pirimeerliigii Ingilaandi Torbee 32ffaa dirree isaa Sent Jaamsi Paark irratti Maanchistar Yuunaayitid kan keessummeesse Niwukaastil Yuunayitid galchii 4 fi 1 injifate. Niwukaastil…

ISPORT NEWS

Arsenaal 3 – 0 Riyaal Maadriid injifatate OFM:Muddee.09/2025-Tapha nuusa xummuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan Arsenaal Riyaal Maadriid injifate. Arsenaal gahumsa ajaa’ibaa Riyaal Maadirid irratti agarsiiseera. Tapha halkan kana sa’aatii…

ODUU/NEWS

Fiigicha ‘Giraandi Slaam’ irratti Atileet Dirribee Waltajjiin injifatte. OFM:Muddee.06/2025-Atileet Dirribee Waltajjiin Fiigicha ‘Giraandi Slaam’ meetira kuma 1 fi 500 dubartoota jidduutti dorgomame injifatte. Fiigicha Giraandi Slaam Jaamaayikaatti dorgomameen Atileet Dirribee…

ODUU/NEWS MUDDEE

Keevan Diibrooyin xummura bara dorgommii kanaa Maanchiister Siitii gadi lakkisuufi. OFM:Muddee.04/2025-Taphatan sarara gidduu Garee Biyyaaleessaa Beeljiyeemii fi Maanchiisteer Siitii Keevan Diibrooyin xummura bara dorgommii kanaa Maanchiister Siitii gadi lakkisuufi jedhameera.…